HomeAfrica (Page 32)

Africa

Finfinnee, Sadaasa 11/2022 - Haleellaa qilleensarraa Sadaasa 9, 2022 Naannoo Oromiyaa, Godina Wallagga Lixaa, Aanaa Mana Sibuu keessatti magaalaa to’annoo Waraana Bilisummaa Oromoo jala jirti jedhame, magaalaa Mandii irratti raawwatameen lammiilee nagaa ajjeefamuu BBCn jiraattota wabeeffachuun gabaaseera. Haleellaan qilleensaa magaalaa Mandiitti guyyaa Roobii, Sadaasa 09 guyyaa

Read More

Finfinnee Onkololeessa 10/2022 - Yeroo mootummaan Itoophiyaaa fi humnoonni Tigraay wali galtee waraana dhaabuu mallatteessanitti naannoon Tigraay gargaarsa namoomaa hatattamaa garmalee kan barbaadu waan ta’eef nyaataa fi qorichi naannichaaf akka raabsamu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) gaafate. Waraanni mootummaa Itoophiyaa fi humnoota Tigraay gidduutti waggaa lamaaf naannoo

Read More

Geetahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee Sad 09,2022 - Waraana cimaa loltoota Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) fi humnoota mootummaa gidduutti guyyaa Dilbataa Sadaasa 6 Wallagga Bahaa magaalaa Naqamtee keessatti godhameen lammiileen nagaa kan ajjeefaman ta’uu jiraattoonni Addis Standarditti himan. Waraanichi kan eegale sababa miseensonni WBO lakkofsaan hedduu ta’an magaala

Read More