

Finfinnee, Mudde 22/2022– Hedduun keessan kitaaba ‘Ganda Beeyladootaa’ jedhu asoosama beekamaa Joorji Orweel ‘Animal Farm’ jedhamurraa Amantii Bonjaatiin Afaan Oromootti hiikame akkamiin argachuu akka dandeessan nu gaafataa jirtu.
Gaaffii keessan ka’uumsa gochuun salphaatti kitaaba kana buufattanii dubbisuu akka dandeessan Addis Standard haala mijeessee jira.