HomeAfrica (Page 27)

Africa

Finfinnee, Amajjii 03/2023 - Raayyaan Ittisa Biyyaa Itoophiyaa garee hidhattoota Waraana Bilisummaa Oromoo [mootummaan Shanee jedhe waamu] Kibba Oromiyaa keessa socho’an balleessuu fi naannicha tasgabbeessuun garee finciltoota kana irratti duula waraanaa milkaa’aa gaggeessaa jiraachuu beeksise. Raayyaan Ittisa Biyyaa ibsa Amajjii 03, 2023 fuula feesbuukii isaarratti baaseen,

Read More

Finfinnee, Amajjii 03/2023 - Mana hidhaa idilee keessaa baafamanii dhabamuun akkasumas manni murtii bilisa erga baaseen booda hidhaamanii turuun naannoo Oromiyaatti baratamaa dhufee jira. Hidhaan seeraan alaa akka kanaa buufatalee poolisii, manneen hidhaa al idilee fi mooraa leenjii waraanaa ykn buufata loltoonni keessa qubatan

Read More

Finfinnee, Muddee 29/2022 - Lakkoofsi godaantota karaa bahaan Itoophiyaa irraa gara Jibuutii imalan dabalaa akka jiru Dhaabbata Godaantota Idil-addnyaa (IOM) beeksise. Hanga Sadaasa bara 2022tti godaantonni gara Jibuutii seenan 120,136 kan galmeesse yoo ta’u, kunis kan Caamsaa 2022 ture irraa dhibbeentaa 66n dabaleera. Gadaansa kanaafis

Read More