HomeAfrica (Page 18)

Africa

Finfinnee, Muddee 24, 2023 - Hundeesitoota Sochii Biyyaaleessaa Amaaraa keessaa tokko kan turee fi qondaala olaanaa Adda Dimookraatawaa Warraaqsa Uummattoota Itoophiyaa (ADWUI) keessaa tokko kan ta’e Barakat Simoon guyyaa har’aa mana hidhaa magaala guddoo Naaannnoo Amaaraa Baahir Daaritti argamuu irraa gadi lakkifamuu abukaatoonsaa Hiwoot Lilaay

Read More

Kaartaa bakkeewwan jeequmsi ammaa itti adeemaa jiru keessaa gar tokko agarsiisu Finfinnee, Amajjii 25/2023 - Naannoo Amaaraa, godina addaa saba Oromoo, aanaa Jiillee Dhummugaa keessatti walitti bu’iinsa hidhattoota naannicha keessatti socho’anii fi namoota nagaa gidduu akka haaraatti uumameen lammiileen nagaa hedduu ajjeefamuu jiraattotni himan. Mootummaan Naannoo

Read More

Finfinnee, Amajjii 25/2023 - Muudama phaaphaasota 26 “muudama seeraan alaa” jedhamee balaaleffatame Dilbata darbe godina Shawaa Kibba Lixaa, aanaa Soddoo Daaccee, magaalaa Walisoo mana amantaa Ortodoksii Haaroo Ba’aala Waldi jedhamutti raawwatame hordofee Mana Amantaa Ortodoksii Itoophiyaa keessatti rifannaa fi walfalmiin uumameera. Adda durummaa angafa phaaphaasii Mana

Read More