Home2022 (Page 13)

December 2022

Finfinnee, Mudde 8/2022 - Mootummoota gamtoomaniitti gargaarsa idil-addunyaa gargaarsa hatattamaa barnootaaf godhu ‘barnoonni hin turu’ (Education Cannot Wait (ECW)), jedhamuun beekamu gabaasa baaseen Itoophiyaa keessatti daa’imman miliyoona 3.6 ta’an sababa waraanaa,  jijjiirama qilleensaa, beelaa fi buqqa’uutiin barnootaan ala ta’aniiru jedheera. Gaaga’amni kuni akka addunyaatti isa

Read More

Geetahuun Laggasaa  @Birmaduu2 Finfinnee, Mudde 8/2022- Jiraattonni aanaa Giddaa Ayyaanaa fi Kiiramuu godina Wallagga Bahaa haleellaa namoota hedduu galaafate baqatan rakkoo namoomaa hamaa keessa akka jiran jiraataan fi aanga’aan Addis Standarditti himan. Namoonni 30,000 ta’an haleellaa baqatanii magaalaa Giddaa buufatan kunneen Nyaata, Bishaa, Iddoo boqonnaa fi

Read More

Finfinnee, Mudde 7/2022- Sadaasa 30/2021 tuutni Gadaa Michillee bakka Mootoma jedhamu, kan Haroo Qarsaa irraa kilomeetira 60 fagaattutti,Jila Waaqa Kadhannaa gaggessuuf walitti qabame irraa humnoota mootummaatiin qabaman. Miseensota tuuta gadaa qabaman keessa 14 Mudde 1/2021 haala sukkanneessaan ajjeefaman. Kanneen hafan hidhaa keessatti erga hiraarfamanii booda

Read More