Home2022 (Page 10)

December 2022

Luuglow, buufata buqqaatotaa Kismaayo,SomaaliyaaSuuraa: NRC Finfinnee, Mudde 14/2022- Koreen Baraarsaa Idil-addunyaa (IRC) ibsa baasen biyyoota bara 2023tti rakkoo namoomaa hammaataaf saaxilaman keessaa Somaaliyaa, Itoophiyaa fi Afgaanistaan sadarkaa duraa irra jiru jedhe.Haalli qilleensaa, jeequmsi dinagdee fi walitti bu’insi rakkoo namoomaa addunyaa guutuutti babal’isaa jiras jedhe. Xiinxalli IRC akka

Read More

Suuraa: Rooyitors Finfinnee, Mudde 14/2022- Ergaa jibbaa fi hokkora kakaasan tamsaasuun waraana Itoophiyaa akka babal’atu waan taasiseef dhaabbanni Feesbuuk Meettaan beenyaa biliyoona $2 akka kaffalu gaafatamu BBCn gabaase.  Namoota Meettaarratti himata seeraa banan keessaa Abrahaam ilmi hayyuu Pirofeessar Ma’aarag Amaree erga maxxansaa Facebookiitiin doorsifamee booda ajjeefame isa

Read More

Qabeenya Manca'eSuuraa: Poolisii Finfinnee Geetaahun Laggasaatiin @birmaduu2  Finfinnee -  Hoggantuu biiroo nagaa fi tasgaggii magaala Finfinee Liidiyaa Girmaa namoota “naannoo manneen barnootaatti hokkora kakaasuuf hojjachuun shakkaman” 72 to’annoo jala oolchuu Mudde 12 beeksiftee ture. Liidiyaan ji’a Fulbaanaa keessa kan muudamte yoo ta’u namoonni to’ataman kuni “manneen barnootaa wajjiin

Read More