Home2022 (Page 16)

December 2022

Finfinnee, Mudde 1/2022 - Kooomishiniin marii biyyaaleessa Itoophiyaa gareewwwan qabsoo hidhannoo adeemsisaa jiran hidhannoosaanii hiikkatan malee marichatti hin hirmaatan jedhe. Hogganaan komishinichaa prof. Masfin Araayaa mariin biyyaaleessa ji’a shan yookiin jaha keessatti kan godhamu yoo ta’u gareewwan hidhannoo  hiikkatan qofti maricha irratti kan hirmaatan ta’uu ibsa

Read More

Zufaan Urgaa Onkololessa darbe yaadannoo waggaa 100ffaa guyyaa dhalootaa Jeneraal Taaddasaa Birruu sababeeffachuun kitaabni mata dureen isaa ‘Dannaanee hamma Finfineetti’ jedhu seenaa jireenya jeneraal Taaddasaa irratti xiyyeeffate eebbifamuun ni yaadatama. Barreessituun kitaabichaa Zufaan Urgaa dhalattee kan guddatte magaalaa Finfinneetti. Zufaan barreessituu fi hojii dhuunfaa ogummaa maxxansaatiin walqabatu

Read More

Finfinnee, Sadaasa 30,2022 - Gabaasni dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii baase daa’immani naannoo Tigraay tilmaamaan harka 30 ta’an hir’ina midhaan nyaataa hammaataa keessa kan jiran yoo ta’u namoonni miliyoona shanii ol kan ta’animmoo gargaarsa namoomaa isaan hin qaqqabaaa jiru kan barbaachisuun gadii ta’uu addeesseera. Akka gabaasichi jedhetti, naannoon

Read More