Home2022 (Page 18)

November 2022

Finfinnee, Sadaasa 28/2022- Akka xalayaan Ministeera Barnootaa fi Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatiif barreeffame ibsutti barsiisonni fi gargaartotni teeknikaa yuunivarsiitiiwwan Itoophiyaa keessa hojjetan Sadaasa 26, 2015 irraa eegalee yeroo hin murtoofneef hojii akka dhaaban beeksisaniiru. Dhimma kanarratti barsiisonni Yunivarsiitii  Addis Standard  dubbise gaaffiin isaanii deebii waan

Read More

Finfinnee, Sadaasa 28/2022- Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti hoggantoonni weerara lafaan shakkaman hoggantuu bulchiinsa lafaa Habiibaa Umar dabalatee namoonni shan barbaadamaa akka jiran Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksise.  Poolisiin magaalichaa itti gaafatamtuu bulchiinsa lafaa Habiibaa Umar, itti aanaa itti gaafatamaa Tasfaayee Girmaa, ogeeyyii bulchiinsa lafaa Baqaaluu Tsaddaqe fi

Read More