Home2022 (Page 19)

November 2022

Finfinnee Sadaasa 26, 2022 - Itoophiyaatti bakka buutuun Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii fi qindeessituun gargaarsa namoomaa Kaatiriin Soozii erga Tigraay daawwattee booda, gargaarsi namoomaa Tigraay dhaqqabaa jiru gahaa akka hin taane himte. Lakkoofsi namoota gargaarsa barbaadanii olaanaa waan ta’eef dhiyeessiin nyaataa, qorichoota fi galteewwan qonnaa kallattii maraanuu

Read More

Finfinnee, Sadaasa 25/2022- Wareegama Artist Usmaayyoo Musaa waggaa 16ffaa sababeeffachuun Dilbata 27/2022 Hoteela Ililliitti sirni yaadannoo kan sagantaalee hedduu of keessa qabu akka gaggeeffamu intalli Artistichaa Saartuu Usmaayyoo Addis Standarditti himte.  Sirni kun eebba CD muuziqaa, eebba Kitaabaa seenaa Usmaayyoo fi sirna badhaasa artistoota wareegamanii kan

Read More

Beekaa Atoomaatiin @bek_boru Finfinnee, Waliigalteen nagaa hin eegamne Mootummaa Federaalaa fi aanga’oota Tigraay gidduutti Afrikaa Kibbaa Piritooriyaatti gaggeeffame yaada wal faallessu keessummeessuun isaa ni yaadatama. Waliigalteen nagaa erga mallattaa’ee as walii galteen kun xiyyeeffannoo dhalattoota Tigraay dabalatee lammiilee Itiyoophiyaa qofa osoo hin taane kan hawaasa addunyaas argateera.

Read More