Home2022 (Page 20)

November 2022

Finfinee, Sadaasa 24/2022 -  Gandoota 41 aanaalee afur goodina Baalee fi aanaalee naannoo Somaalee lama keessatti namoonni 491 Kooleeran qabamanii  20  du’aniiru. Kana malees namoonnii 555,000 ta’an immoo weerarichaaf kan saaxilaman ta’uu dhaabbata mootummoota gamtoomaniitti qindeesssaan gargaarsa namoomaa (OCHA) Sadaasa 23, 2022 baaseen beeksiseera.  Akka gabaasa

Read More

Sirna Eebbaa miseensota farra finciltootaa, Suuraa Biiroo Kominikeeshinii Beenishaangul Gumuz Finfinnee, Sadaasa 24/2022- Kolleejjiin Poolisii Naannoo Beenishaangul Gumuz miseensota farra finciltootaa marsaa 4ffaaf leenji'an har'a bakka bulchaan naannichaa Ashaadli Hasan argamanitti eebbisuu biiroon kominikeeshinii naannichaa beeksise. Onkoloolessa darbe mootummaan naannoo Benishaangul Gumuz fi gareen

Read More

Fiqruu Gabree Dinkumbaab, Suuraa Amaanu'eel Silashii Akkaadaamiin Injinariingii Rooyaali Igiliiziitiif Finfinnee, Sadaasa 23/2022 - Akkaadaamiin Injinariingii Rooyaali Igiliizii, Injinara Makaanikaalaa fi abbaa kalaqaa lammii Itoophiyaa Fiqruu Gabree Dinkumbaab badhaasa ogummaa Injinarii Afrikaa bara 2023f hojii uumtoota Afrikaa 15 filannoof dhiyaatan keessaa tokko ta’uusaa beeksise. Fiqruun

Read More