HomeSocial Affairs (Page 14)

Social Affairs

Magaalaa guddoo godina Haadiyyaa, Hosaa’inaa. Suuraa: Miidiyaa hawaasaa Finfinnee, Caamsaa 31/2023 - Bulchiinsa naannoo Kibba Itoophiyaa Godina Hadiyyaa aanaa Badawaachoo Bahaa keessaatti hojjattoonni mootummaa mindaan isaanii ji’a sadiif hin kennamneef mormii dhiheessuu isaanitiin walqabatee namoonni 40 ol hidhamuun isaanii VOAn gabaaseera. Barsiisotaa alaatii hojjattoonni mootummaa ji’oottan sadiif

Read More

shamarree Tsaggaa Balaachoo | Konistaabil Yawaalaamabraat W/Maariyaam Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Caamsaa 30/2023 - Tibbana magaala guddoo naannoo Sidaamaa, Hawaasaa, keessatti gocha addunyaan har’a irra gahee kanatti “boodatti hafaa” jedhamee ilaalamu fi seera durattis kana nama gaafachiisu raawwatamu isaa dubbii ijoo miidiyaa hawaasaa ta’eera. Dubbii ijoon kun shamarree

Read More

Finfinnee Caamsaa 29, 2023 - Hamma Caamsaa 25, 2023'tti baqattoonnii fi godaantonni 31,000 ol ta’an waraana Sudaan baqachuun gara Itoophiyaa galuu gabaasni dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii addeesse. “Hamma Caamsaa 25, 2023 tti baay’inni namoota daangaa Sudaan qaxxaamuruun gara Itoophiyaa galan 31,074 ta’u. Kanneen keessaa 5,200 namoota koola galtummaa

Read More