HomeSocial Affairs (Page 18)

Social Affairs

Finfinnee, Caamsaa 10, 2023 - Paatriyaarkiin mana amantaa Ortodooksii Tawaahidoo Itoophiyaa Qulqulluu Abuna Maatiyaas rakkoolee  biyyattii fi mana amantaa Ortodooksii Itoophiyaa "raasaa jiran" ogummaadhaan karaa nagaatiin akka furamaniif waamicha taasisan. Gaaffiilee uummataa ka’an sirriiitti caqasuun akkaataa seera ittiin bulmaaata mana amantichaatiin ogummaa, haqa, jaalalaa fi haala hunda

Read More

Finfinnee, Caamsaa 10, 2023 - Yuunivarsitii Kaayroottti ogeessi ji’oolojii Piroofeesar Abbaas Sharakii jedhamu Itoophiyaa fi Misritti kirkirri lafaa jabaan  mudachuu danda’a jechuun akeekkachiise. Akka shakkii ji’oolojistichaati sababiin kirkira lafaa bishaan biyyoonni lameen hidha lagaa isaanitti kuusaniin kan walqabateedha. Kirkirri lafaa kun Misritti hidha guddaatti dhiyoottii fi Itoophiyaatti

Read More

Finfinnee, Caamsaa 08, 2023 - Bara 2021 eegalee weerarri dhibee gifiraa aanaalee 44 naannoolee saddeet keessatti argaman keessatti mul’ate daran hammaachaa deemuun akka biyyaatti namoonni 16,814 ta’an dhukkubichaan qabaman keessaa 182 ta'an du'uu dhaabbanni Fayyaa Idiladdunyaa (WHO) ibse. Akka gabaasa WHO’tti, dhukkubni gifira aanaalee 44 naannoolee Affaar,

Read More