HomeSocial Affairs (Page 12)

Social Affairs

Naannoo Affaar keessatti wayita dubartootni gargaarsa fudhatan. Suuraa: @WFP Finfinnee, Waxabajjii 08/2023 - Gocha gargaarsa nyaataa faayidaa biraan oolchu naannoo Tigraay keessatti raawwatame jedhameen, Sagantaan Nyaata Addunyaa (WFP) fi Dhaabbata Gargaarsa Ameerikaa (USAID) gargaarsa nyaataa addaan kutuu hordofee, yaadannoo keessoo dhaabbilee gargaarsaa Itoophiyaa keessa socho’an qopheessanii

Read More

@Mathias Samuel/Addis Standard Abdii Biyyansaatiin @ABiyenssa Finfinnee, Waxabajjii 07, 2023 - Waraana Tigraay booda Itoophiyaan wixinee Imaammata Haqaa Cehumsaa bal’aa ta’e kan ifoomsite yoo ta’u, yeroon kun biyyittiin seenaa jeequmsaa darbe waliin walii galuudhaaf carraaqqii taasiftu keessatti yeroo murteessaa ta’ee dha. Haa ta’u malee, sanadni kun dandeettii guddaa kan of

Read More

Finfinnee, Waxabajjii 06, 2023 - Hoggantoonni olaanoon sagantaa nyaata addunyaa damee Itoophiyaa (World Food Program) fedhasaaniitiin gita hojiisaanii gadhiisuu marsariin hawaasaa zaniiw hiwummaaniiteeriyaan jedhamu beeksiseera. Daarikteeera dhaabbatichaa KKlaawdii Jibidaar fi itti aantuunsaa Jeenifar Bitoondii hojii gadhiisuuf iyyannoo galfachuu gabaaschi addeesseera. Hojjattoonni kunneen gita hojiisaanii gadhiisuun kan himame battala

Read More