HomeSocial Affairs (Page 8)

Social Affairs

Finfinnee, Adoolessa 04, 2023 - Mootummaan Itoophiyaa daldala al-idilee daangaa jibuutii wajjiin gaggeeffamuuf beekamtii kennuu fi too’achuuf seera baasuu beeksise. Seerri bahu kuni daldala al-idilee biyyoota lameen gidduu jiru seeraan to’achuuf fi beekamtii kennuuf kan fayyadu ta'uu ministeerri daldalaa fi tokkuummaa’uu naannoo Itoophiyaa addeesseera. Itti aanaan

Read More

Warshaa sukkaara Finca'aa Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Adoolessa 03/2023 - Warshaan sukkaara Finca’aa ji'oota lama darbaniif hojjettoota isaaf miindaa osoo hin kaffaliin darbuu isaarra kan ka’ee hojjattoonni warshichaa sababa harkifannaa miindaan rakkachaa jiraachu himan. Warshaan sukkaara kun hojjettoota waliigalaa kuma kudhanii kan qabu yoo ta’u, kana keessaa

Read More

Suura : obbo Taammanaa Saahiluu Finfinnee Waxabajjii 27, 2023 - Walitti bu’iinsa yeroo garaagaraatti daangaa Oromiyaa fi naannoolee biroo gidduutti bara 2015 ALI mudateen lubbuun namaa darbuu, namoonni qa’eesaanirraa buqqaafamuu fi qabeenyi barbadaa’uu biiroon bulchiinsaa fi nageenya Oromiyaa beeksise. Biirichi ibsa laateen, bara 2015 keessa daangaa

Read More