HomeSocial Affairs (Page 11)

Social Affairs

Suuraa: EPA Finfinnee, Waxabajjii 10/2023 - Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Industirii Oromiyaa /KMPIO/'n abbootii qabeenyaa kaappitaala biliyona 9.4 galmeessisan waliin guyyaa Waxabajjii 09/2023 Paarkii Industirii Qonna Qindaa'aa /PIQQ/ Bulbulaa galuuf qophaa’an waliin waliigaltee mallatteese. Akka odeeffannoo KMPIO irraa argameetti, sirni walii galtee walii mallatteessuu kun Hoteela Skylight tti

Read More

Finfinnee, Waxabajjii 09/2023 - Hokkora Sudaanitti itti fufee jiru dheessuun buqqaatonni 700 hamma 1,000 ta’an guyyaa guyyaan karaa Matammaatiin gara Itoophiyaa galaa jiraachuu dhaabbanni mootummoota Gamtoomanii beeksise. Dhaabbatichi godaantota kanaaf fuufata Matammaa idoo Gaara Maandafroo   jedhamutti bishaan dhugaatii, nyaataa fi tajaajillli fayyaa kennamaa jiraatus dhiyeessiin jiru

Read More

Seek Haji Ibraahim Tufaa, Suuraa: Zaawyaa Televizhiin Finfinnee, Waxabajjii 08/2023 - Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa ibsa har’a lateen rakkoolee diiggaa masjiida magaalaa Shaggar keessatti godhamuun walqabatee mudatan haala ittiin furuu danda’amu irratti mootummaa naannoo Oromiyaa (MNO) waliin mar’iachuu beeksise. Ibsa kana irrattis mootummaan naannichaa

Read More