HomeSocial Affairs (Page 15)

Social Affairs

Finfinnee Caamsaa, 27, 2023 - Hiriira mormii guyyaa kaleessaa Finfinnee Markaatootti godhameen walqabatee hokkkora ka’een lubbuun namoota lamaa darbuu fi poolisoonni seera kabachiisaa turan miidhamuu poolisiin Finfinnee beeksise. Hiriirri mormii kun diiggaa masjiidaa “seeraan ala ijaaramanii” magaala Shaggar keessatti mootummaan raawwachaa jiru mormuun guyyaa Jimaata kaleessaa

Read More

Finfinnee Caamsaa 26, 2023 - Rakkoo nageenyaa lixa Oromiyaa keessumaa godinoota Wallaga Bahaa fi Lixa keessatti uumameen walqabatee lammiileen 800,000 ta’an gaaga’ama namoomaa hammaachaa jiruun miidhamaa jiraachuu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti qindeessaan gargaarsa namoomaa (UNOCHA) gabaase. UNOCHA’n ibsa Caamsaa 25 baaseen,  rakkoo nageenyaa bara 2020 eegalee tureen

Read More

Finfinnee, Caamsaa 25, 2023 - Sinoodoosiin qulqulluu mana amantaa Ortodooksii Tawaahidoo Itoophiyaa marii dhiyeeenya kana taa’een murteewwan murteessaa kan akka gaaga’ama namoomaa Tigraay furuu, hariiroo hawaasa Ortodooksii gidduu jiru cimsuu, yaalii nageenyaa buusuu gargaaruu fi rakkoo Oromiyaa keessa jiru furuudhaaf fayyadan dabarseera jedhe. Manni amantichaa ibsa

Read More