HomeSocial Affairs (Page 17)

Social Affairs

Finfinnee, Caamsaa 19, 2023 - Itoophiyaanonni miliyoona tiorba ta’an Koleeraatiif kan saaxilaman yooo ya’u 94 ammoo dhukkubichaan du’uu dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti qindeessaan gargaarsa namoomaa (UNOCHA) gabaaseera. Akka gabaasa OCHA’tti hamma yoonaatti namoonni 6,157 dhukkubichaan faalamaniiru.   Weerarri kuni naannoolee saba, sablammootaa fi uummatoota Kibbaa fi Sidaamaatti babal’achuu

Read More

Finfinnee Caamsaa 17, 2023 - Itti aanaan ministeera Nageenyaa obbo Taayyee Danda’aa “gaaffiiin sabaa [Oromoo] masaraa miti” jechuun piroojektii ijaarsa masaraa Mootummaan Naannoo Oromiyaa Finfinneetti har’a eegalsiise qeeqeera. Akka obbo Taayyeen jedhetti, ummaati Oromootiif ijaarsa masaraa caalaa “gaaffii guddaan nagaadha!” jechuun mootummaan naannichaa dhimma nagaa fi tasgabbiitiif

Read More

Suura: marmarii OLLAAtii fudhatame Finfinnee, Caamsaa 16, 2023 - Waraana mootummaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti godinoota Gujii lamaan keessatti godhamaa jiruun jiraattonni godinichaa gaaga’ama namoomaa garaagaraatiif saaxilamuu qorannoo adeemsiseen mirkaneessuu waldaan Ashaaraa fi Abukaatummaa Oromoo (OLLAA) ibse. Akka ibsa OLLAA’tti, waraana mootummaa fi WBO

Read More