HomeSocial Affairs (Page 13)

Social Affairs

Finfinnee Waxabajjii 02, 2023 - Koreen Dimmoota Islaamummaa Itoophiyaa ibsi mootummaan naannoo Oromiyaa diiggaa masjiidaatiin walqabatee baase fedhii hawaasa musliimaa kan bakka hin buunee jechuun mufachuu beeksise. Korichi ibsa Kamisa baaseen rakkoo diiggaa masjiidaaa hiikuuf qondaalota olaanoo mootummaa wajjiin marii taasisaa jira jedhe. Qaamoleen tokko tokko carraa kanatti

Read More

Finfinnee Waxabajjii 02, 2023 - Anga'ootaa fi hojjatoota mootummaa 400 ol ta’an kan magaalota naannawa Finfinnee yeroo ammaa magaala Shaggaritti makaman keessatti saamichi lafaa keessaa harka qabaachuu shakkaman too’annoo jala oolchuu bulchiinsi magaala Shaggar beeksise. Saamicha lafaa kan duuba aanga’oonnii fi hojjattoonni mootummaa harka keessa qabaachuu

Read More

Finfinnee, Caamsaa 31/2023 - Mootummaan Naannoo Oromiyaa dhimma rakkoo nageenyaa diiggaa manneen amantaa “seeraan alaa ijaaramaniiru” jedhaman irratti naannicha keessatti gaggeeffamaa jiru ilaalchisee ibsa har’a baaseen, hojiilee nageenyaa fi tasgabbii mirkaneessuuf hojjetamaan irratti dhaabbilee amantaa waliin qindoomina gaariin hojjetaa jiraachuu beeksise. Hoogganaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa Haayiluu

Read More