HomeSocial Affairs (Page 16)

Social Affairs

Finfinnee, Caamsaa 24/2023 - Manni Maree Ol’aanaa Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa dhimma diigamuu Masjiida magaalaa Shaggar keessatti raawwatamaa jiru ilaalchisee ibsa kaleessa Caamsaa 23 baaseen mootummaan diiggaa Masjidaa hatattamaan dhaabsisee rakkoo jiru mariin furuutti akka deebi’u, masjiidolee diigamanis ariitiidhaan bakka bu’aa seera qabeessa ta’e akka

Read More

Finfinnee Caamsaa 21, 2023 - Abbaan Taaayitaa Miidiyaa Itoophiyaa miidiyaa mana amantii Ortodooksii Tawaahidoo Itoophiyaa wajjiin hidhata qabu kan televiziyoonii waldaa qulqullootaa (maabara qudduusaan Tv) jedhamuun beekamu “ergaa hawaasa gidduutti hokkora kaasuu danda’u tamsaaseera” jechuun miidiyicha “yeroodhaaf” ugguruu beeksise. Abbaan taayitaa kuni akka jedhetti, miidiyaan kuni tamsaasa Caamsaa 21,

Read More