HomeSocial Affairs (Page 20)

Social Affairs

Suura: marsaa KeepItOn irraa fudhatame Finfinnee, Caamsaa 02, 2023 - Daabbanni fayyadama inteerneetii addunyaa hordofu KeepItOn jedhamu xalayaa Ebla 27 muummicha ministeeraa Abiy Ahmadiif barreesseen Itoophiyaan uggura Inteerneetiirra keesse akka kaaftu gaafate. Uggura inteerneetii keessumaa naannoolee Tigraayii fi Amaaraarra kaa’ame akka ka’uu waamicha taasisaniiru. Akka gabaasa kanaatti, tajaajilli

Read More

Gaaddisa buqqaatota godina Booranaa aanaa Dubulluq keessatti argamu. Suuraa: Addis Standard Finfinnee, Ebla 26/2023 - Erga Koleeraan si’a duraatiif Hagayya 2022 keessa mul’atee eegalee hamma Ebla 22, 2023 naannoo Oromiyaa keessatti namoonni 3,860 ta’an dhibee koleeraatiin qabamuu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Qindeesssaan Gargaarsa Namoomaa (OCHA) beeksiseera. Weerarri

Read More

Finfinnee, Ebla 26/2023 -Warshaaleen godina Gujii keessatti hojii albuuda warqee baasan garee misoomaa Midroc fi warshaan qulqulleessituu Swiizarlaand Argoor-Heerawuus jedhaman rakkoo faalama naannoo hir’isuuf tarkaanfii tokkollee otuu hin fudhatin omisha itti fufuu dhaabbanni mirga namaaf falmu ‘Human Rights Watch’ (HRW) ibseera. HRW ibsa Ebla 26 baaseen,

Read More