HomeSocial Affairs (Page 22)

Social Affairs

Miidhamaan rakkoo hongee magaalaa Yaa'aballoo kaampii buqqaatota Elwayaa keessatti daakuu gargaarsaa baatee deemu. (Suuraa: Addis Standard) Biruuk Alamuu fi Madihaanee Iqqubaamikaa’eeliin Finfinnee, Ebla 13, 2023 – Qotee bultoonni naannoo Oromiyaa, godina Booranaa aanaa Dubulluq keessatti sababa hongee mudateen beeyladaa fi qabeenyasaanii dhaban gandootaa aanichaa 13 keessaa buqqa’uun

Read More

Dura taa’aa itti aanaa KFO fi xiinxalaa siyaasaa Obbo Jawaar Mohaammad Ogeessa seeraa, Asfaaw Galataatiin Finfinnee, Ebla 06/2023 - Barreffamni kun barruu obboleessii koo jaalatamaa fi kabajamaan Jawar Mohammad dhiyeesse ilaalchisee kan qophaa’edha. Barreeffama dhiyateef galataa fi kabajan qabu ibsaa. Keessattuu ilaalcha barreesichi Mootummaa aangoorra jiru cimsuu

Read More

Finfinnee, Ebla 03/2023 - Weerarri Koleeraa naannoo Oromiyaa godina Baalee aanaa Harannaa Bulluq aanaa Haarannaa Bulluq keessatti Hagayya 27, 2022 keessatti mul’atee ture baba’achuun gara godinoota naannoolee Oromiyaa fi Somaalee ta’an keessa jiran dimshaashaan 22 keessatti babal’achaa dhufuusaa Ministeerri Fayyaa Itoophiyaa beeksise. Ibsi ministeerichi Bitooteessa 31,

Read More