HomeSocial Affairs (Page 25)

Social Affairs

Miseensota Abbootii Gadaa Gujii fi jaarsolii biyyaa ibsa kennan, Suuraa: VOA Afaan Oromoo Finfinnee, Bitootessa 10/2023 - Miseensota Abbootii Gadaa Gujii fi jaarsolii biyyaa jiraattota godina Gujii bakka bu’uun aanga’oota olaanoo mootummaa naannoo Oromiyaa waliin mari’atan. Jiilli abbootii Gadaa kun dhimma marii aannga’oota mootummaa waliin taasise

Read More

Booranatti namoonni 800,000 ol ta’aan gargaarsa nyaataa barbaadu, horiin miiliyoona 3.3 ol ta’an dhumaniiru (Suuraa: Kominikeeshinii Zoonii Booranaa) Finfinnee - Waldaan Haakimoota Oromiyaa (WHO) hongee Kibba Oromiyaa godina Booranaatti mudateen, fayyaa ummataarra miidhaan cimaan gahaa jira jechuun akeekkachiise. Ibsaa Addis Standard’f addatti ergeen “namoonni beelaa fi dhukkuboota

Read More

Suuraa: Waajjira Kominikeeshinii Godina Harargee Lixaa Finfinnee, Bitootessa 09/2023 - Sirni adeemsa walharkaa fuudhinsa Baallii Abbaa Gadaa Ituu Odaa Bultumtti sirnoota garagaraan gaggeeffamee. Akka Waajjira Kominikeeshinii Godina Harargee Lixaa guyyaa Bitootessa 09 gabaase, sirni saaqinsaa kunis eebba Abbootii Gadaafi Manguddoo akkasumas haasaa hogganttoota mootummaa taasisaniin kan eegalamee

Read More