HomePolitics (Page 25)

Politics

Finfinnee, Caamsaa01, 2023 - Humni nageenya waloo naannoo Amaaraatti namoota “gochaa shororkeessummaa” raawwachaa argamuu mirkaneesseera jedhe 47 qawwee dhuunfaa fi garee, boombii fi fanjii, akkasumas saatalaayitii fi laaptooppii odeeffannoo garaagaraa qaban wajjiin too’annoo jala oolchuu beeksise. Ibsi humni waloo baase akka jedhutti, namoonni kunneen qondaalota oolaanoo

Read More

Suura: fuula twiitaraa ambaassadar Chaayinaatii fudhatame Finfinnee, Ebla 29, 2023 - Lammiilee Chaayinaa biyya Sudaan kan hokkora keessa jirtu keessaa baasuuf gargaarsi Itoophiyaan goote olaanaa ta’uu Itoophiyaatti ambaasaaddara Chaayinaa Zhiwo Zhiyuwaan ibse. Ambaasaaddarichi ibsa fuula tiwiitaraarratti baaseen, gargaarsa Itoophiyaan gooteen lammiileen Chaayinaa lakkoofsaan hedduu ta’an nagaan Sudaanii bahanii gara

Read More

Finfinnee Ebla 29,2023 - Humni nageenyaa fi sakkatta’iinsa Itoophiyaa “humnoota finxaaleeyyii” adeemsa heeraa naannoo Amaaraa keessa jiru cabsuun humnaan aangoo mootummaa naannichaa dhuunfachuuf” yaaluun yakkerratti “tarkaanfii murteessaa” kan fudhatu ta’uu ibsa kaleessa galgala baaseen addeesseera. Humni waloo kan tajaajila sakatta’iinsaa fi nageenyaa biyyaalessaa, humna raayyaa ittisa biyyaa,

Read More