HomePolitics (Page 27)

Politics

Hoggantoota ABO mana hidhaa keessaa dhabaman (Suuraa: Miidiyaa hawaasaa, OMN) Finfinnee, Ebla 22/2023 - Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) mootummaan hoggantoota isaa mana hidhaa keessaa jiran eessa buuteen isaanii dhabamsiise jira jechuun komate. Dhaabichi ibsa dhimma kana ilaalchisee Ebla 21 baaseen dhabamuu eessa buutee hoggantoota ABO mana

Read More

Finfinnee Ebla 19/2023 – Barreessaa olaanaa dhaabbata mootummoota gamtoomanii (UN) Antooniyoo Guteereez gara naannoo Tigraay akka hin imallemootummaa Itoophiyaatiin dhorkamee kan ture ta’uu odeeffannoon dhaabbata basaasaa Ameerikaatii miliqee bahe mul’isuu Waashingtan Poost gabaaseera.  Guteereez yeroo Itooophiyaa turetti gara naannoo Tigraay deemee aanga’oota naannichaa qunnamuu akka barbaadu

Read More

Hogganoota biyyoota Abdulfattaa Al Burhaan fi MM Abiy Ahimed (Suuraa: Chatham House) Finfinnee - Itoophiyaa fi Sudaan, waldhabdee daangaa fi rakkoo biyya keessaa walitti hidhame guutuu gaanfa Afrikaa keessatti nageenyaa fi misooma balaadhaaf saaxiluu isaa gabaasni dhaabbata imaammataa beekamaa Chatham House ibseera. Hidhi Haaromsa Itoophiyaa guddichi, naannoo

Read More