HomePolitics (Page 28)

Politics

Lammilee magaalaa guddaa keessaa godaanaa jiran (Suuraa: RTL) Finfinnee - Lolli cimaan magaala guddoo Sudaanitti godhamaa jiru  namoota sababa  waraanichaatiin mada’an gargaaruuf Dilbata addaan lkan citee ture ta’us itti fufee jira. Lammiilee nagaa waraanicha biyyattii keessatti ajjeefaman 50 keessaa sadi hojjattoota dhaabbata mootummoota gamtoomaniiti. Namoonni dhiibbaan lakkaa’aman

Read More

Finfinnee, Ebla 12/2023 - Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) ibsa kaleessa Ebla 11 baaseen, hogganoota fi qondaalotni dhaabichaa gara waggoota sadiif manneen hidhaa garagaraa keessatti hidhaatti dabarsanii fi kan yeroo ammaa Qajeelcha Poolisii magaalaa Buraayyuutti argaman haalli fayyaa isaanii guyyaa irraa gara guyyaatti sadarkaa yaaddeessaatti deemaa

Read More

Finfinnee, Ebla 11/2023 - Dhaabbata gargaarsa namoomaa kan ta’e Tajaajila Gargaarsa Kaatolikii (CRS) hojjattootasaa lamaan “konkolaataa dhaabbatichaa keessatti naannoo Amaaraatti rasaasaan ajjeefamaniin” gadduu ibse. Ajjeechaan kun kan raawwatame battaluma mootummaan humna addaa naannoolee diiguu fi walitti baqsuuf murtee dabarse mormuun Jimaata darbe hiriira bahamee booda.

Read More