HomePolitics (Page 23)

Politics

Finfinnee Caamsaa 04, 2023 - Hogganaa olaanaa Abbaa Taayitaa Misoomaa Mootummoota Gidduu (IGAD) Dr. Warqinah Gabayyoo marii marsaa tokkoffaa bakka bu’oota mootummaa Itoophiyaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti Zaanzibaar Taanzaaniyaatti godhameen “bu’aa argametti’ gammadeera jedhe. Dr. Warqinah Gabayyoo “bu’aa marii marsaa tokkoffaa kan Mootummaa Feederaalawaa

Read More

Finfinnee,  Caamsaa 03, 2023 - Bara 2022 qofa keessa gaazexeessitoonni 29 ta’an hidhamuu eeruun Itoophiyaatti walabummaan miidiyaa sarbamaa jiraachuu Amneestii Intarnaashinaal ibseera. Ibsa Roobii Caamsaa 03 dhaabbata miidiya kibba Afrikaa wajjiin ta’uun guyyaa walabummaa miidiyaa idiladdunyaa sababeeffachuun baaseen akka jedhetti, qondaalonni Lixaa fi Kibba Afrikaa gaazexeessitootnni gabaasa

Read More

Finfinnee Caamsaa, 03, 2023 - Mariin mootummaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti kibxata darbee eegalee Taanzaaniyaatti  taa’amaa ture waliigalteerra otuu hin gahamin goolabamuu qaamoleen lamaan beeksisan. Biiroon sab-qunnamtii mootummaa ibsa baaseen, “mariin gaarii ta’e kan godhame ta’us akka carraa ta’ee mariin marsaa tokkoffaa kanarratti dhimmoota tokko

Read More