HomePolitics (Page 21)

Politics

Finfinnee Caamsaa 13, 2023 - Finfinneetti bulchaan kutaa magaalaa Qirqoos aanaa 08 Allabaachoo Amoony kaleessa sa’aatii booda biiroosaatti rasaasaan rukutamee ajjeefameera. Poolisiin ajjeechaasaatiin shakkame too’annoo jala galuu poolisiin magaalattii ibse. Bulchiinsi kutaa magaalichaa ibsa baaseen, Allabbaachoon kan “biiroo keessa taa’ee tajaajila hawaasaa otuu kennaa jiru maamila isaatiin

Read More

"J/Kennasaa Ayyaana erga hidhamee booda dhukkuba isa mudateen yeroo ammaa of danda’ee deemuu hin danda’u": ABO Finfinnee, Caamsaa 11, 2023 – ABOn hidhamtoota siyaasaarratti “gochaa hammeenya dhala namaaf hin malle raawwachuu fi dhaabbilee siyaasaa seera-qabeessa ta’an xyreessuun” gochaa mootummaa abbaa irreeti jechuun mootummaa qeeqeera. ABOn ibsa gaggeessitootaa fi

Read More

Finfinnee Caamsaa 11, 2023 - Gaanfa Afrikaatti ergamaan addaa Ameerikaa Maayk Haamar Itoophiyaanota Ameerikaa magaala Loos Anjalas keessa jiraatan wajjiin dhimma nageenya Itoophiyaarratti mari’achuuf har’a gara Kaalifoorniyaa imalaa jiraachuu ibsi ministeerri haajaa alaa Ameerikaa baase addeesseera. Dhimmoota nageenyaa Itoophiyaa keessumaa waliigaltee nageenyaa Tigraayitti godhameerratti kan mari'atan ta’uu

Read More