HomePolitics (Page 17)

Politics

Finfinnee, Caamsaa 24/2023 – Paartiin Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Sagaleen Bilisummaa Oromoo (SBO) waggaa 35ffaa tamsaasa raadiyoo itti eegale Waxabajjii 17, bara 2023 kabajuuf qophaa'aa jiraachuu ibseera. Akka beeksisa paartiin ibsuu "SBOn guyyaa itti hundeeffame, Waxabajjii 15, bara 1988 irraa qabee hanga har’aantanaatti adeemsa

Read More

Faqqadaa Abdiisaa, Suuraa: Miidiyaa hawaasaa Finfinnee Caamsaa 23, 2023 - Miidiyaan Ameerikaa guddaan Waashingtan Poost jedhamu xiinxala bal’aa Caamsaa 21 maxxanseen ajajaa garee hidhattootaa kan ta’e Faqqadaa Abdiisaa saboota Oromoo fi Amaaraa gidduutti waldhabdee akka uumamuuf sababa ta’eera jedhe. Waaashingtan Poost gabaasa isaatiin akka jedhetti, Faqqadaa Abdiisaa

Read More

Finfinnee, Caamsaa 23/2023 - Gareen paartilee siyaasaa mormitootaa kudhan of keessaa qabu kan “Caucus of Opposition Parties (CoP)” jedhamuun beekamu ibsa baaseen qorannoo dhiheenya kana dhaabbata imaammataa mootummaan deeggaramu, Inistiitiyuutii Qo’annoo Imaammataa (PSI) jedhamu, barbaachisummaa heera mootummaa irratti ifoomse akka mormu beeksiseera. Gaafa Caamsaa 16, dhaabbatni

Read More