HomePolitics (Page 18)

Politics

Finfinnee Caamsaa 20, 2023 - Pireezidaantiin mootummaa ce’umsaa Tigraay Geetaachoo Raddaa humnoonni Eritraa kan hamma yoonaatti Tigraay keessatti argaman gareen Gamtaan Afrikaa raawwii waliigaltee gulaaluu fi mirkaneessuhojiisaa gaggeessuuf rakkachuu beeksise. Miidiyaa naannoo Tigraay “Torban darbe keessa humnoonni Eritraa gareen gulaalaa Tigraay keessatti hojiisaa akka hin raawwanneef

Read More

Finfinnee, Caamsaa 18, 2023 -  Mareen nageenyaa marsaa tokkoffaa waliigaltee malee goolabamuu hordofee naannoo Oromiyaa iddoowwan garaagaraatti walwaraansi hammaataan meeshaa waraanaa gurguddaatiin deeggarame mootummaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti cimee itti fufaa jiraachuu jiraattonni Addis Standard’tti himan. Jiraataan godina Shawaa Lixaa aanaa Amboo iddoo addaa Wadeessa

Read More

Finfinnee Caamsaa 17, 2023 - Itti aanaan ministeera Nageenyaa obbo Taayyee Danda’aa “gaaffiiin sabaa [Oromoo] masaraa miti” jechuun piroojektii ijaarsa masaraa Mootummaan Naannoo Oromiyaa Finfinneetti har’a eegalsiise qeeqeera. Akka obbo Taayyeen jedhetti, ummaati Oromootiif ijaarsa masaraa caalaa “gaaffii guddaan nagaadha!” jechuun mootummaan naannichaa dhimma nagaa fi tasgabbiitiif

Read More