HomePolitics (Page 20)

Politics

Abdii Biyyansaatiin @ABiyensa Amboo, Caamsaa 13, 2023 – Hirmaattonni workshooppii Lixa Oromiyaa magaala Ambootti nagaa buusuuf gaggeeffamerratti hirmaatan nagaa waaraa buusuu fi rakkoo gaaga'ama namoomaa furuuf marii fi hariiroon mootummaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti uumame itti fufuu qaba jedhan. Workshooppiin kun Waldaan Misooma Gurmuu USAID/USAID-ESP

Read More

Finfinnee Caamsaa 13, 2023 - Waldaan Maanguddota Miniisootaa (WMM) mootummaa fi WBO’n marii marsaa lammaffaa hatattamaan eegaluun rakkoo nageenyaa Oromiyaa keessa jiru furuun ummata Oromoo rakkoo keessaa akka baraaran waamicha taasisan.   Ibsa WMM si’a lammataaf baaseen, qaamoleen lamaan mariitti hirmaatan nageenya buusuuf haala “kabajaa fi itti gaafatamummaa

Read More

Finfinnee Caamsaa 2023 - Sirni eebba kitaaba seenaa jireenya Koomaandara atileet Geexee Waamii seenessuu mata duree ‘faaya Itoophiyaa’ jedhu qabu iddoo qondaloonni mootummaa, atileetonnii beekamoo, maatii fi hiriyoonni Geexee Waamii argamanitti Caamsaa 04, 2015 eebbifameera. Ibsa feedereeshiniin atileetiksii Itoophiyaa baase akka jedhutti, sirna eebbaa kanarratti pireezidaantii feedereeshinii

Read More