HomePolitics (Page 24)

Politics

Finfinnee, Caamsaa 03, 2023 - .Ameerikaan marii nageenyaa mootummaa fi Waraana Bilisumma Oromoo (WBO) gidduutti Taanzaaniyaatti godhamaa jiru simadheera jechuun “qaamoleen hunduu waliigaltee waloorra gahuuf garraamummaadhaan akka mari’atan dhaamna,” jetteerti. Ameerikaan mariin waraanaa dhaabuu WBO fi mootummaa gidduuttii erga eegalee booda si’a jalqabaatiif dubbachuu isheeti. Qaamoleen lamaaan ibsi

Read More

Finfinnee, Caamsaa 02, 2023 - Mariin waraana dhaabuu mootummaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti Taanzaaniyaatti taa’amaa jiruurratti mootummaan ummataaf ibsa akka kennu paartiin mormataa Lammiilee Itoopiyaa Haqa Hawaasummaatiif (Ezema) gaafate. Ezema’n ibsa Caamsaa 02 baaseen, hirmaattota marichaa, qabiyyee marichaa, waliigaltee irra gahamee fi akkamitti hojiirra akka

Read More

Suura: marsaa KeepItOn irraa fudhatame Finfinnee, Caamsaa 02, 2023 - Daabbanni fayyadama inteerneetii addunyaa hordofu KeepItOn jedhamu xalayaa Ebla 27 muummicha ministeeraa Abiy Ahmadiif barreesseen Itoophiyaan uggura Inteerneetiirra keesse akka kaaftu gaafate. Uggura inteerneetii keessumaa naannoolee Tigraayii fi Amaaraarra kaa’ame akka ka’uu waamicha taasisaniiru. Akka gabaasa kanaatti, tajaajilli

Read More