HomePolitics (Page 26)

Politics

Bitaa irraa: Redwaan Huseen, Prof. Mohaammad Hasan, Dr. Gediyoon Ximootiwoos, Xahaa Abdii Finfinnee, Ebla 28/2023 - Mariin bakka bu’oota mootummaa Itoophiyaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) jidduutti gaggeeffamaa jiru erga eegale har’a guyyaa arfaffaa isaatti kan seene yoo ta’u, dhimmoota haala fi seera adeemsaa dabalatee mata-dureewwan

Read More

Finfinnee, Ebla 26/2023 - Waldhabdee fi rakkoo nageenyaa waggoota shanan darbaniif Oromiyaa raasaa jiru furuuf yaadamee mariin nagaa mootummaa Itoophiyaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti adeemsifamu biyya Taanzaaniyaatti eegale jira. Dubbi himaan barreessaa olaanaa IGAD kan ta’e Nuur Mohaamud Sheekh kaleessa galgala Addis Standarditti akka

Read More

Ministira Muummee Abiy Ahmadii fi Ajajaa WBO Kumsaa Dirribaa (Jaal Marroo) Finfinnee, Ebla 24/2023 - Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO) ibsa Ministira Muummee Abiy Ahmad Dilbata kenneen Kibxata dhufu mootummaa fi WBO gidduu Taanzaaniyaa keessatti marii akka gaggeeffamu dubbate ilaalchisee ibsa baaseen “beekamtii kan kennu ta’uu” beeksiseera.

Read More