HomePolitics (Page 29)

Politics

Janaraal Ababaaw Taaddasaa, Suuraa: Screenshot/AS Finfinnee, Ebla 08/2023 - Ajajaa Itti aanaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Janaraal Ababaaw Taaddasaa yeroo ammaan kana adeemsi humna addaa naannolee irratti taasifamaa jiru "hidhannoo hiikkachiisuu" ykn "diiguu" osoo hin taane, akkaataa heera mootummaatin adeemsa "akka haaraatti hundeessu" waggoota afran darban keessa

Read More

Humnoonni nageenyaa mootummaa naannoo Gaambeellaa nama nagaa harki isaa dugda duubaatti hidhamee jiru irratti irra deddeebiin dhukaasanii yeroo ajjeesan Finfinnee, Ebla 04/2023 - Itti aanaan Komishinaraa Koomishinii Poolisii Naannoo Gaambeellaa duraanii Tuut Koor ajjeechaa lammiilee nagaa “loltoota Shanee fi meeshaa waraanaa mana isaanii keessatti dhoksan” jedhamanii

Read More

Finfinnee, Bitootessa 30/2023 - Himanni hoggantoota waraanaa fi siiviilii ABUT yakkaan shakkamanirratti banamee ture adda cituu Ministeerri Haqaa beeksise. Waliigaltee Nageenyaa mootummaa Ityoophiyaa fi ABUT gidduutti Piriitooriyaatti taasiifame hordofee sababa walitti bu’iinsaan yakki raawwatame karaa ce’umsa haqaan akka ilaallamu qabu waliigalamuu ibsameera. Muuxannoo idil addunyaa tilmaama keessa

Read More