HomePolitics (Page 13)

Politics

Suura : obbo Taammanaa Saahiluu Finfinnee Waxabajjii 27, 2023 - Walitti bu’iinsa yeroo garaagaraatti daangaa Oromiyaa fi naannoolee biroo gidduutti bara 2015 ALI mudateen lubbuun namaa darbuu, namoonni qa’eesaanirraa buqqaafamuu fi qabeenyi barbadaa’uu biiroon bulchiinsaa fi nageenya Oromiyaa beeksise. Biirichi ibsa laateen, bara 2015 keessa daangaa

Read More

Abdii Biyyansaatiin @ABiyyenssa Finfinnee, Waxabajjii 27/2023 - Qorannoon haaraa dhaabbanni Waldaa Weerweet jedhamu dagaagina mirga namummaa fi dimookraasiitiin walqabatee mata duree "ba’aa dachaa" naannoo Oromiyaatti gaggeesse rakkoon tasgabbii naannichatti keessa jiru barnoonni hunda hammate akka hin jiraanne gufuu ta’uu mul’iseera. Qorannoon qorattuuu Hiiywoot Saamu’eeliin gaggeeffame kuni

Read More

Abdii Biyyansaatiin @ABiyenssa  Finfinnee, Waxabajjii 10/2023- Haleellaa gareen hidhatootaa naannoo Amaaraa Faannoo godina Horro Guduruu Wallaggaa aanaa Amuuruu keessatti raawwataniin lammileen nagaa shan ajjeefamuu fi namoonni hedduu madaa’uu jiraattoonni Addis Standard’tti himan. Jiraataan aanaa Amuuruu magaala Agamsaaa maqaansaa akka hin eeramen gaafate akka jedhetti haleellaa Roobii Waxabajjii 07 raawwatame kanaan

Read More