HomePolitics (Page 11)

Politics

suura: Qondaaalota ABO mana sirreessaa keessa jiran Finfinnee, Adoolessa 7, 2023 - Komishiniin mirgoota namoomaa Itoophiyaa (KMNI) haala qabiinsa qondaalota Adda bilisummaa Oromoo (ABO) mana sirreessaa keessa jiranii irratti mootummaa Naannooo Oromiyaa (MNO) wajjiin marii gaggeessuuf beellama qabachuu miidiyaa dhuunfaa biyya keessaa gabaaseera. Komishinichi haala qabiinsa hoggantoota, miseensotaa

Read More

Ministira Mummee Abiy Ahmad (PhD) Finfinnee, Adoolessa 06/2023 - Yaa’ii idilee 28ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Itoophiyaa har’a gaggeeffame irratti gabasa raawwii hojii mootummaa federaalaa bara 2015 irratti gaaffilee miseensota mana marichaa irraa ka’uuf deebii laachuuf kan argaman MM Abiy Ahmad (PhD) madda maallaqa pirojektiiwwan

Read More

Finfinnee, Adoolessa 05/2023 - Miseensonni Mana Maree Federeeshinii Itoophiyaa naannoo haaraa godinaalee jahaa fi aanaalee addaa shan qaama Naannoo Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota Kibbaa turan irraa bocame akka uumamu murtee sagalee guutuun dabarsaniiru. Naannoon haaraa “Naannoo Kibba Itoophiyaa” jedhamu kun, Itoophiyaa keessatti naannoo 12ffaa, akkasumas rifarandamii

Read More