HomePolitics (Page 8)

Politics

Finfinnee - Mootummaan paartii Badhaadhinaa kan MM Abiy Ahmadiin hogganamu bara 2018 aangoo erga qabatee booda Itoophiyaanonni gaaga'ama namoomaaf saaxilamaa jiru.  Waraannii fi hokkorri garaagaraa ummatoota biyyattii akka wal waraanan taasisee fi humnoonni alagaa biyya seenanii akka jireenya Itoophiyaanota barbadeessan taasiseera. Hongeen jireenya magaalotaa fi

Read More

Finfinnee, Adoolessa 31/2023 - Haleellaa naannoo saba sablammootaa fi ummatoota kibbaa godina Guraageetti Sanbata Adoolessa 29, 2023 hidhattootaan raawwatameen torba ajjeefamuu fi hedduun madaa’an. Mootummaan gidduu galuun gochaa kana akka dhaabsisu iraattonni naannichaa gaafatan.  Jiraattonni Addis Standard dubbise sadi akka jedhanitti, haleellaan kuni iddoo addaa Didaa

Read More

Ambaasaaddar Erviin Joozee Maasingaa Finfinnee, Adoolessa 29/2023 - Seeneetiin Ameerikaa dippilomaatiin Erviin Joosee Maasingaa jedhamtu Itoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa ta’uu isaa sagalee Adoolessa 27 kennameen raggaase. Ambaasaaddar Erviin, kanaan dura Itoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa kan turte Geetaa Paasii waggaa tokko osoo hin tajaajiliin Guraadhala 2021 erga kaafamte booda ambaasaaddara

Read More