HomePolitics (Page 7)

Politics

Finfinnee, Hagayya 02, 2023 - Bakka Bakka bu’oonnii Itoophiyaanota biyya alaa jiraatan hawaasa Somaalii, Oromoo, Amaaraa fi Tagaaruu bakka ergamaan addaa Ameerikaa Maay Haamar argamanitti Yuunivarsitii Sandiego'tti Adoolessa 21 hanga 22, 2023 tti marii nageenyaa gaggeessuun ibsa ejjannoo qabxii 13 of keessaa qabu baasan. Bakka bu’oonni

Read More

Finfinnee, Hagayya 01, 2023 - Raayyaan ittisa biyyaa (RIB) “garee hidhattootaa maqaa Faannootiin socho’uu" fi "nageenyaa biyyaa booreessaa jiruu" irratti tarkaanfii kan fudhatuu ta’uu ibseera. Hogganaan biiroo sab-qunnamtii RIB Koloneel Geetneet Adaanee ibsa kenneen, “Qaamolee hidhatanii Oromiyaa fi Amaara keessa socho’an  kan yaada mo’ataa waan hin

Read More

Magaalaa Bulee Horaa. Suuraa: EPA/Haddush Abrihaa Finfinnee, Adoolessa 31/2023 - Torbee darbe keessa, Adoolessa 24, tarkaanfii humnoonni nageenyaa mootummaa barattoota muummee saayinsii hawaasaa kutaa 12 qormaataaf Gujii Bahaa irraa gara godina Gujii Lixaa imaluun Yuunivarsitii Bulee Horaa galanii turan irratti fudhateen walqabatee balaa uumameen lubbuun barattuu

Read More