HomeNews (Page 71)

News

Finfinnee, Bitootessa 30/2023 - Himanni hoggantoota waraanaa fi siiviilii ABUT yakkaan shakkamanirratti banamee ture adda cituu Ministeerri Haqaa beeksise. Waliigaltee Nageenyaa mootummaa Ityoophiyaa fi ABUT gidduutti Piriitooriyaatti taasiifame hordofee sababa walitti bu’iinsaan yakki raawwatame karaa ce’umsa haqaan akka ilaallamu qabu waliigalamuu ibsameera. Muuxannoo idil addunyaa tilmaama keessa

Read More

Ajajaa Olaanaa WBO, Kumsaa Dirribaa ykn Jaal Marroo jedhamuun beekama,: Suuraa: Screeshot/AS Finfinnee, Bitootessa 29/2023 - Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO) ibsa kaleessa Bitootessa 28 baaseen, hidhattoota WBO qunnamuuf yaaliiwwan kudhanii ol taasifamaa turaniiru jedhamee MM Abiy Ahimadiin ibsame dhugaa haala marii nagaa kan ibsu miti jedhe.

Read More

Waajjira muummee Tajaajila Immigreeshinii fi Lammummaa, Suuraa: Addis Fortune Finfinnee, Bitootessa 29/2023 – Tajaajila Paaspoortii “ariifachiisaa” waajjira muummee Tajaajila Immigreeshinii fi Lammummaa, akkasumas waajjiraalee damee naannoo 11tti laatamaa ture yeroodhaaf addaan cituu waajjira Tajaajila Immigreeshinii fi Lammummaa beeksise. Lakkoofsa abbaa dhimmaa humnaa ol ta’e muudachuu irraan kan

Read More