HomeNews (Page 68)

News

Janaraal Ababaaw Taaddasaa, Suuraa: Screenshot/AS Finfinnee, Ebla 08/2023 - Ajajaa Itti aanaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Janaraal Ababaaw Taaddasaa yeroo ammaan kana adeemsi humna addaa naannolee irratti taasifamaa jiru "hidhannoo hiikkachiisuu" ykn "diiguu" osoo hin taane, akkaataa heera mootummaatin adeemsa "akka haaraatti hundeessu" waggoota afran darban keessa

Read More

Maashina shakkamtoonni hidhaman hojii albuuda baasuuf itti fayyadamaa turan jedhame. Suuraa: Poolisii Federaalaa Finfinnee, Ebla 07/2023 - Humni waloo Nageenyaa fi Odeeffannoo Itoophiyaa, lammiileen biyya alaa fi michoota isaanii biyya keessaa 90 ol ta’an naannoo Gambeellaa fi Benishaangul Gumuz keessatti hojii “seeraan ala” irratti bobba’an jedhaman

Read More

Toleeraa Raggaasaa, Kantiibaa magaalaa Naqamtee. Suuraa: Waajjira Kominikeeshinii magaalaa Naqamtee Finfinnee, Ebla 07/2023 -  Kantiibaa magaalaa Naqamtee, Toleeraa Raggaasaa, ajjeechaa Itti-gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa magaalaa Naqamtee Dassaalany Bokonjaa waliin walqabatee Jimaata darbe ganama humnooota nageenyaa mootummaatiin to’atamuu fi hanga ammaatti mana murtii akka hin dhiyaanne haati

Read More