HomeNews (Page 72)

News

MM Abiy Ahmad, Suuraa: Ethiopia Insider Finfinnee, Bitootessa 28/2023 - Yaa’ii idilee 11ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Itoophiyaa har’a gaggeeffame irratti gabaasa raawwii mootummaa baatilee jaha dhiyeessuuf mana marichaatti kan argame MM Abiy Ahmad mootummaa federaalaa koree marii nageenyaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) waliin godhamuuf

Read More

Re’oota hongee dandamatanii lolaadhaan ajjeefaman, qubsumni buqqaatotaa bishaaniin liqimfaman (Suuraa – Jiraattota) Madihaanee Iqqubaamikaa’eliin @Medihane Finfinnee, Bitootessa 27/2023 - Naannoo Somaalee godina Dawaa, aanaalee hongeen mudate keessatti roobni yeroo dheeraaf eegamaa ture balaa lolaa hamaa geessiseen lubbuu namoota 7 galaafateera. Roobni cimaan Bitootessa 20 hanga 23 gidduutti

Read More

Giddugala wal'aansa koleeraa magaalaa Mooyyaleetti argamu (Suuraa: Boruu Hukaa) Madihaanee Iqqubaamikaa'eliin @Medihane Finfinnee, Bitootessa 25/2023 - Weerarri koleeraa haaraan torban lamaan darbanii kaasee hanga ammaatti daangaa Itoophiyaa fi Keeniyaa, magaalaa Mooyyalee keessatti lubbuu namoota shan galaafateera. Itti Gaafatamaan Waajjira Eegumsa Fayyaa magaalaa Mooyyalee godina Booranaa, Boruu Hukaa hanga

Read More