HomeNews (Page 73)

News

Loon bara 2017 naannawaa Yaaballootti sababa hongeetin dhuman, Suuraa: Getty Images Finfinnee, Bitootessa 24/2023 - Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Qindeessaa Dhimmoota Namoomaa (UNOCHA) dhibbaa hongeen godina Gujii Lixaatti muudate geessisaa jiruun jiraattotni sadarkaa olaanaan hanqina nyaataa fi bishaaniif saaxilamaa jiraachuu beeksise. Dhaabbatichi gabaasa haaraa Bitootessa 20, 2023 baaseen

Read More

Miseensota garee finciltootaa Sochii Bilisummaa Uummata Beenishaangul. Suuraa: Mootummaa naannoo Beenishaangul Gumuz Finfinnee, Bitootessa 23/2023 - Mootummaan naannoo Beenishaangul Gumuz waliigaltee nagaa hordofee hoggantoota fi miseensota garee hidhattoota lama, Sochii Dimokraatawaa Uummata Gumuz fi Sochii Bilisummaa Uummata Beenishaangul hidhaarra hiike.    Sochii Dimokraatawaa Uummata Gumuz hoggantoota fi miseensota

Read More

Hogganaa Gadaa Karrayyu Michile Abba Gadaa Hawaas Maatoo Booraa (Suuraa: Jiraattota) Finfinnee, Bitootessa 23/2023 Naannoo Oromiyaa, zoonii Shoa Bahaa, aanaa Fantaallee, miseensi olaanaa hoggantoota Gadaa Karrayyu Michile kan ta’aan Abba Gadaa Hawaas Maatoo Booraa walitti bu'iinsa yeroo dhiyoo torban darbe mudateen rasaasaan ajjeefamuu jiraattonni Addis

Read More