HomeNews (Page 74)

News

Xaafiin midhaan nyaataa biyya Itoophiyaa keessatti beekaman keessaa isa ijoodha. Suuraa: Getty Images Finfinnee, Bitootessa 21/2023 - Tibbana magaalaa Finfinnee dabalatee magaalota naannoo Oromiyaa garaagaraatti qaala’insa gatii midhaan nyaataa, keessattuu xaafii irratti mul’ate dubbii ijoo biyyattii ta’eera. Xaafiin torban lamaa dura kuntaalaan kuma birrii 5,000

Read More

Waajjira muummee Gamtaa Afrikaa magaalaa Finfinneetti argamu, Suuraa: Gamtaa Afrikaa Finfinnee, Bitootessa 21/2023 - Miseensonni paarlaamaa biyyoolessaa Itoophiyaa naannoo Oromiyaa irraa filataman xalayaa Gamtaa Afriikaatif erganiin, waraana gara waggaa shaniif Oromiyaa keessatti Waraana Bilisummaa Oromoo fi mootummaa Itoophiyaa gidduu adeemsifamaa jiru nagaan akka hiikamuuf gamtichi “giddu

Read More

Finfinnee, Bitootessa 21/2023 - Ameerikaan gabaasa mirgoota namoomaa kan bara 2022 yeroo beeksiftu miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaa, humnoota Eertiraa fi humnoota Amaaraa naannoo Tigraay keessatti “yakka namoomaa” raawwachuu ibsite. Kana malees, waraanni Itoophiyaa waggaa lamaa Tigraay irraa eegalee naannoo Amaaraa fi Affaaritti babal’ate keessatti

Read More