HomeNews (Page 69)

News

Humna Addaa Naannoo Oromiyaa (gubbaa), Nannoo Amaaraa (mirga), Naannoo Somaalee (gadi), Suuraa: Miidiyaa hawaasaa Finfinnee, Ebla 07/2023 - Mootummaan federaalaa burjaajii adeemsa hidhannoo hiiku humnoota addaa naannolee ilaalchisee keessattuu naannoo Amaaraa keessatti uumameera jedhe irratti kaleessa galgala karaa waajjira kominikeeshinii mootummaatin ibsa baaseera. Akka ibsichi jedhutti, mootummaan

Read More

Namootni bara 2021 keessa saba walitti bu'iinsaan Godina Addaa Oromoo irraa buqqa'an, Suuraa: Kominikeeshinii Aanaa Jillee Dhummuugaa Finfinnee, Ebla 05/2023 - Naannoo Amaaraa, Godina Addaa Saba Oromootti aanaalee afur keessatti namootni 175,000 ta’an (buqqaatota fi buqqaatota deebi’an) yeroo ammaa kana deeggarsa atattamaa akka barbaadan Dhaabbata Mootummoota

Read More

Humnoonni nageenyaa mootummaa naannoo Gaambeellaa nama nagaa harki isaa dugda duubaatti hidhamee jiru irratti irra deddeebiin dhukaasanii yeroo ajjeesan Finfinnee, Ebla 04/2023 - Itti aanaan Komishinaraa Koomishinii Poolisii Naannoo Gaambeellaa duraanii Tuut Koor ajjeechaa lammiilee nagaa “loltoota Shanee fi meeshaa waraanaa mana isaanii keessatti dhoksan” jedhamanii

Read More