HomeNews (Page 66)

News

Finfinnee, Ebla 12/2023 - Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) ibsa kaleessa Ebla 11 baaseen, hogganoota fi qondaalotni dhaabichaa gara waggoota sadiif manneen hidhaa garagaraa keessatti hidhaatti dabarsanii fi kan yeroo ammaa Qajeelcha Poolisii magaalaa Buraayyuutti argaman haalli fayyaa isaanii guyyaa irraa gara guyyaatti sadarkaa yaaddeessaatti deemaa

Read More

Finfinnee, Ebla 12/2023- Baankiin Siinqee Eebla 11 Bara 2023 tajaajila baankii hawaasa muslimaa fayyadamaa taasiisuufi tajaajila baankii dhala irraa bilisaa moggaasa “Siinqee Ihsaan” jedheen kennuu eegaluu isaa ifoomsee jira. Baankichi tajaajila kana seera shari’aa giddugala godhachuun kennuuf haalduree hunda xummuruun akkasumas Baankii  Biyooleessaa Itoophiyaa irraa heyyama

Read More

Finfinnee, Ebla 11/2023 - Dhaabbata gargaarsa namoomaa kan ta’e Tajaajila Gargaarsa Kaatolikii (CRS) hojjattootasaa lamaan “konkolaataa dhaabbatichaa keessatti naannoo Amaaraatti rasaasaan ajjeefamaniin” gadduu ibse. Ajjeechaan kun kan raawwatame battaluma mootummaan humna addaa naannoolee diiguu fi walitti baqsuuf murtee dabarse mormuun Jimaata darbe hiriira bahamee booda.

Read More