HomeNews (Page 65)

News

Dr. Madihaanit Dammaqaa Fayyisaa Finfinnee - Ogeessa yaalii baqaqsanii hodhuu kan taate Dr. Madihaanit Dammaqaa Fayyisaa, hospitaala Keeniyaa ‘Tenwek’ jedhamu keessatti sa’aatii 6f baqaqsanii hodhuu raawwachuu isheetiin dinqisiifannaa argattetti. Mucaa balaa mootar saayikiliin fuulli isaa miidhame (ciccirame) gara hospitaalaatti fidame. Dr. Mahihaanitii fi gareen ishee yaalii baqaqsanii

Read More

Lammilee magaalaa guddaa keessaa godaanaa jiran (Suuraa: RTL) Finfinnee - Lolli cimaan magaala guddoo Sudaanitti godhamaa jiru  namoota sababa  waraanichaatiin mada’an gargaaruuf Dilbata addaan lkan citee ture ta’us itti fufee jira. Lammiilee nagaa waraanicha biyyattii keessatti ajjeefaman 50 keessaa sadi hojjattoota dhaabbata mootummoota gamtoomaniiti. Namoonni dhiibbaan lakkaa’aman

Read More

Finfinnee, Ebla 13, 2023 - Murtee humnoota addaa naannolee diigee akka haaraatti ijaaruuf mootummaan dabarse hordofuun hokkorra fi hiriirri mormii magaalota naannoo Amaaraa hedduu keessati uumamee ture guyyaa har’aa tasgabbaa’aa dhufuu jiraattonni beeksisan. Keessumaa magaalaa Qobboo, Dabra Birhaan fi Baahirdaar keessa guyyoota darbaniin wal bira

Read More