Oduu: Mariin nagaa mootummaa Itoophiyaa fi WBO gidduutti taasifamu Taanzaaniyaatti eegaleera
Finfinnee, Ebla 26/2023 - Waldhabdee fi rakkoo nageenyaa waggoota shanan darbaniif Oromiyaa raasaa jiru furuuf yaadamee mariin nagaa mootummaa Itoophiyaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti adeemsifamu biyya Taanzaaniyaatti eegale jira. Dubbi himaan barreessaa olaanaa IGAD kan ta’e Nuur Mohaamud Sheekh kaleessa galgala Addis Standarditti akka