HomeNews (Page 59)

News

Bitaa irraa: Redwaan Huseen, Prof. Mohaammad Hasan, Dr. Gediyoon Ximootiwoos, Xahaa Abdii Finfinnee, Ebla 28/2023 - Mariin bakka bu’oota mootummaa Itoophiyaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) jidduutti gaggeeffamaa jiru erga eegale har’a guyyaa arfaffaa isaatti kan seene yoo ta’u, dhimmoota haala fi seera adeemsaa dabalatee mata-dureewwan

Read More

Girmaa Yashixilaa,hogganaa waajjira paartiii Badhaadhinaa damee Amaaraa kan ture Finfinnee, Ebla 28/2023 - Hogganaa waajjira paartiii Badhaadhinaa damee Amaaraa, Girmaa Yashixlaa, kaleessa Ebla 27 godina Shawaa Kaabaatti iddoo Manz Guwaasaa jedhamutti haleellaa irratti raawwatameen ajjeefame. Ajjeechaa aanga’aa kana ilaalchisee mootummaa naannoo Amaaraa ibsa baase akka jedhutti, obbo

Read More

Finfinnee, Ebla 28/2023 - Muummichi Ministeera Itoophiyaa Abiy Ahmad bilbilaan ajajoota waraanaa waldhabdee Sudaan keessatti qooda qaban waliin rakkoon uumame haala karaa nagaan hiikamuu danda’amu irratti mari'ateera.  MM Abiy barreeffama marsaa Twiitara isaa irratti maxxanseen ajajaa waraana Sudaan Janaraal Abdal Fattaah Al-Burhaan fi ajajaa Humna Deeggarsa

Read More