HomeNews (Page 64)

News

Finfinnee Ebla 19/2023 – Barreessaa olaanaa dhaabbata mootummoota gamtoomanii (UN) Antooniyoo Guteereez gara naannoo Tigraay akka hin imallemootummaa Itoophiyaatiin dhorkamee kan ture ta’uu odeeffannoon dhaabbata basaasaa Ameerikaatii miliqee bahe mul’isuu Waashingtan Poost gabaaseera.  Guteereez yeroo Itooophiyaa turetti gara naannoo Tigraay deemee aanga’oota naannichaa qunnamuu akka barbaadu

Read More

Suuraa: Qondaalota ABO qajeelcha poolisii Buraayyuutti hidhamanii turan keessa muraasa Finfinnee, Ebla 19/2023 - Qondaalota olaanoo Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) gara waggoota sadiif manneen hidhaa garagaraa keessatti hidhaatti dabarsanii fi yeroo ammaa Qajeelcha Poolisii magaalaa Buraayyuutti argaman torba kaleessa Ebla 18 galgala irraa eegalee bakka hidhamanii

Read More

Finfinnee, Ebla 19/2023 - Lola Sudaan keessatti adeemsifamaa jiruun lammiilee Itoophiyaa dabalatee namoonni nagaa hedduun ajjeefamuu fi madaa’uu odeeffannoo isa argachuu Sudaanitti Imbaasiin Itoophiyaa beeksise.  Imbaasichi ibsa baaseen “du'a fi miidhaa lammiilee Itoophiyaarra gaheef gadda guddaa akka itti dhagahame” ibseera. Dhimmuma kanaan walqabatee miidiyaan biyya keessaa “Bisraat

Read More