HomeNews (Page 67)

News

Hoji gaggeessaa baankii Gadaa Waldee Bultoo fi Walitti qabaa itti aanaa waldichaa Nawaawii Massaa waliigalticha yeroo mallatteessan Finfinnee, Ebla 11/2023 - Baankiin erga hundeeffamee fi hojii eegale yeroo muraasa keessatti fedhii fi fayyadamummaa maamiltoota isaa guutuuf taajiloota baankii teeknooloojiin deeggaraman kennaa jiru, baankiin Gadaa, tajaajila fi

Read More

Finfinnee, Ebla 11/2023 - Dilbata darbe, Ebla 09, galgala naannoo 1:40tti magaalaa Baahirdaar naannoo “Abbaay maadoo” jedhamuun beekamutti dhohiinsa boombii mana nyaataa fi dhugaatii irratti gaheen lubbuun namoota sadi yoo darbu, namootni kudhan madaa’aniiru. Bakka bu'aa Daayreektara Fayyaa Hospitaala Sadarkaa Tokkoffaa Addis Alam Dr. Mitikkuu Taganyi

Read More

Finfinnee, Ebla 10/2023 - Mormitoonni kaleessa magaalota naannoo Amaaraa hedduu keessatti tarkaanfii mootummaan federaalaa humna addaa naannichaa irra deebiin gurmeessuuf fudhate mormanii fi humnoota nageenyaa mootummaa gidduutti walitti bu’iinsi uumameera. Naannoo Amaaraa godina Walloo Kaabaa magaalaa Qobbootti waraanni mootummaa federaalaa meeshaa waraanaa gurguddaa fayyadameera jechuun

Read More