HomeLaw & Justice (Page 23)

Law & Justice

Siyaannee Mokonnoniin  Finfinnee, Waxabajjii 26/2022- Humnoonni nageenyaa mootummaa nama nagaa harki isaa dugda duubaatti hidhamee jiru irratti irra deddeebiin yeroo dhukaasaan kan mul’isu Viidiyoon toora  miidiyaa hawaasaa hedduu irratti naanna'aa jira. Waraabbiin kun magaalaa guddoo naannoo Gaambeellaa keessatti humni waloo Adda Bilisummaa/Waraana Gaambeellaa fi Waraanni Bilisummaa

Read More

Naatinaa’eel Fiixeetin Finfinnee: Gaazexeessituun FiB TV (Finfinne Integrated Broadcasting) kan taate Sabboontuu Ahmad sababa ammaaf hin beekamneen hidhamuun ishee gabaafame jira. Sabboontuun kaleessa galgala osoo hojiirraa baatee gara mana isheetti galaa jirtuu Poolisoota lamaan qabamtee gara waajjira Poolisii Magaalaa Finfinnee, Labuu naannoo addaa Muuziqaa Safar jedhamuutti

Read More

Siyaanne Makonnin tiin  Finfinnee  - Qondaalli olaanaan Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Koloneel Gammachuu Ayyaanaa hidhaa gara  waggaa lamaatti siqu booda har’a gadhiifame gara maatii isaatti makamuu maddeen gabaasaniiru. Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa Dhaddacha Ijibbaataa oolmaa guyyaa kaleessaatin qondaala  olaanaa Adda Bilisummaa Oromoo keessaa tokko kan ta’an Koloneel

Read More